- 1
- 1
- 1
- 1
- 1
- 1
Abdulqadir Oldest Mosques
MASGIIDA UMRIIN ISAA AMATA 200 OLII
Misgiidni kun Masgiida Abdulqaadir jedhama, Kutaa magaalaa Haramaayaa Ganda Siyyoo keessatti argama, Akka Manguddoonni ganda kanaa jedhanitti masgiida kana hanga ammaatti nama ijaare hin beeknu, akkasumaas abbootii keenyaa mii akaakoowwan keenyalleen masgiida kana akkanumatti itti ifbarre jedhu, kanaaf walumaa galatti masgiidni kun Umrii waggaa dhibba lamaa ( 200 ) ol ni qaba jedhameeti tilmaamama.